Leviticus 20:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja nami haad'afi ilme wolti fuud'e, nami sunini ya waan daba tahe. Worra sadeenu ha gubanu ijeesani, aka dabi akasi sunini deebie isani keesa inteenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eennullee haadhaa fi intala yoo fuudhe batti'i; akka cubbuu isinitti hin taane sadiinuu ibiddaan haa gubamanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami tokko dubartii takka fuudhee, haadha isi'iille yoo fuudhe, tun waan batti'i. Battummaan akkasii odduu teessan akka hin jiraanne, isaa fi isaan lamaanuu ibiddaan gubamanuu ti.