Leviticus 20:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja nami oboleeti isaa ta woliini d'alate taanaani, yokhaani ta haati d'ibiini d'alte taanaani fuud'e, isaafi isiile ha gumi durati ch'eersani gumi keesaa baasani waan inni ch'eera d'abe oboleeti isaatini rafefi inni gaargala suni argachu male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni tokko obboleettii ufii ta abbaan isaa uumate, yookaan ta haati isaa deette yoo fuudhee, isaan lamaanuu waan shinga'aa waan hojjataniif banii ufii afo'otti haa ajjeefamanii; waan inni obboleetti ufii fafeesseef cubbuunillee tama isaaniiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Nami tokko obboleettii ifii yookiin intala abbaan isaa dubartii dhibii irraa uumate yookiin intala haati isaa abbaa dhibi'iif deette yoo fuudhe, battii waan teeteef, kolbaa ifii keessaa bayanuu ti; obboleettii ifii waan salphiseef itti hin gaafatama.