Leviticus 20:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja nami nad'eeni aada uwa qabdu bira rafe, worra lachu gumi keesaa baasu malani, wonti akanatiifi worri yayu aada qulqulluma ch'abse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eennullee dubartii garaa argitetti yoo dhaqe, waan jiidha garaa isi'ii san irraa mulqeef, isaan lamaanuu banii keessaa bayanii haa badanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami tokko dubartii xuriin dhutteertu yoo bira geye, xurii isi'ii waan saaxileef, isiille xurii ifii waan saaxilteef, isaan lamaanuu kolbaa ifii keessaa bayanuu ti.