Leviticus 20:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja nami adada yokhaani arera ufi bira rafe, worra lachu wollaali gubba worraati, waan worri waan ch'eera woltolcheefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboleetti abbaa keetii yookaan obboleettii haadha teetiititti hin dhaqin; namni waan kana godhe, nafa fira ufii waan fafeesseef cubbuun isa irra taati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Obboleettii haadha teetii yookiin adaadaa teeti bira hin geyin; tun fira ifii salphisuu waan teeteef isaan lamaanuu itti hin gaafataman.