Leviticus 20:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan atini worra Israelitini jettu: Isanifi worra gosa d'ibi, ka isani keesa godaanule, yo nami toko ilmaani ufi waaqa Moleki jed'ani sorio baase nama suni ha gumiini ch'ufti d'akhaachani d'aanite ijeeftu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Banii Israa'eliitiin akkana jedhi, ‹Banii Israa'elii keessaa eennullee waaqa tolfamaa Molook jedhamuu yoo ciincaa dhiyeesse sirima haa ajjeefamuu; namoonni biyya Israa'elii dhaga'aan isa haa dhayanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Kolbaa Israa'eliitiin, ‹Isin keessaa yookiin nama ormaa ka isin woliin le'u keessaa nami tokkolle ilmaan ifii keessaa waaqa dharaa Moleekiif ciincaa yoo dhikeesse ijjeefamuu ti; kolbaan Israa'elii marti dhaka'aan isa tuntuu ti.