Leviticus 20:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo nami niiti oboleesa isaa fuud'e, worri ijoolle ind'alu. Inni yayu waan qulqullo intahini tolche oboleesa isaa ch'eerse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni yoo haadha manaa ta obboleessa ufii fuudhe, inni nafa obboleessa ufii waan fafeesseef, finna malee hafan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami tokko niitii obboleessa ifii yoo fuudhe, tun hujii batti'i; obboleessa ifii waan salphiseef isaan lamaanuu ijoollee malee hin hafan.