Leviticus 20:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Seera kiyyafi aada tiyya ch'ufa jabeesa guuta, aka lafti Kanaani ta anini iti isani geesu, isani diddeufira isani ingussine.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Kanaafuu biyyi itti galu'uuf taatan akka isin hin dinne, seeraa fi ajaja kiyya maraa eega'aa raawwadhaa'a;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Latti kana'aanii akka isin keessa leetanu ta ani isin itti galchu sun akka isin hin tunne, seerataa fi seera kiyya mara eegadha'aatii muummessa'a.