Leviticus 20:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aada gosa anini lafa suni keesa isani duraa gussu gula yaatani keesati infidamina. Waan worri waan hamtu akana kana ch'ufa taheefi anini worra jibbe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Seera banii ani isin afo'oo balleessuutitti hin bulinaa'a; waan waan kanniin maraa godhaniif ani isaan jibbeera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin akka aadaa kolbaa gosa adda addaa ta ani isin duraa ari'ee baasaaru san hin le'ina'a; isaan waan kana waan hujaneef, ani isaan diqadheera.