Leviticus 20:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo anini, lafa aananifi dammi aka lolaa yau tana fud'ad'a, d'aala isaniini jed'e. Anini AABBO Waaqa keesani, ka gosa ch'ufa keesaa koba isani baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin garuu biyya isaanii dhaaltan; akka dhaaltaniifillee biyya aannanii fi damma baaftu isinii kenna waan jedheeruuf; ani Rabbi Waaqa keessan ka banii ormaa keessaa fooyee isin baase.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin ammoo lafa isaanii hin boojitan; lafa aananii fi dammaa san ani isiniif hin kenna. Ani Mootii Waan Maraa Waaqa keessan ka gosa biyya adda addaa keessaa adda isin baase.