Leviticus 20:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi isani bineensafi simpirre qulqulloofi ta qulqullo intahini, aka dansa gargari baasu maltani. Bineensafi simpirre qulqullo intahini inyaatina. Anini, wonti sunini qulqullooniti ya jed'e, tanaafi yo nyaattani qulqullooma d'abdani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu horii qulqulluu battii irraa, simbira qulqulluu simbira battii irraa fooyaa'a; hori'ii fi simbira ani batti'i jedhee addaan fooye, waan lafa irra sosocho'u maraan uf hin batteessinaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf horii, bineensotaa fi allaatota qulqulluu te'anee fi qulqulluu hin te'in gargar baasa'a; isin horii, bineensotaa fi allaatota yookiin waan lafa irra munyuuqu mara keessaa ta ani akka batti'iititti adda baase saniin ifi hin batteessina'a.