Leviticus 20:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani qulqullooftani nama kiyya tahu maltani, wonti akanatiifi anini AABBO Waaqa qulqullo. Ammalle anini gosa d'ibi keesaa koba isani baase, aka isani nama kiyya taatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani Rabbi woyyuu waan ta'eef isinillee akka kiyya taatan banii ormaa keessaa waan isin fooyeeruuf isinillee woyyoota naa ta'aa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Mootiin Waan Maraa woyyicha waan te'eef, isin kiyya akka teetanu gosa biyya adda addaa keessaa waan isin adda baaseef, isinille naaf woyyuu te'a'a.