Leviticus 20:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama ekhera wogaafatu, d'iira taanaani yokhaani uwa taanaan, ha d'akhaani ijeesani. D'iigi nama waan akana kana tolehu ch'ufti gubbuma isaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Dhiirti yookaan intalti yoo ekeraa dubbifte yookaan yoo mortuu ta'an, dhaga'aan dhayamanii haa ajjeefamanii; gumaa isaaniitiifillee namni gaafatamu hin jiru.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Isin keessa dhiirti yookiin dubartiin ekeraa dubbisanu yookiin moruu moranu ijjeefamanuu ti; dhaka'aan tumamanuu ti; dhiiga ifiitiif isaanumatti itti gaafatama› jedhi» jedhe.