Leviticus 20:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja nami tokoleeni ilmaani isaa Moleki suni kenne Waaro Woyyuma t'ureese maqa kiyyale ch'eerse, anini nama suniti garagale, deebie gumi tiyyati isa inheregu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eennullee ijoollee ufii keessaa tokko waaqa tolfamaa Molook jedhamuu kennee mana woyyuu kiyya yoo batteesse, maqaa kiyya yoo salphise, Ani nama san hin adaba; banii kiyya keessatti isa hin laakkayu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni ilmaan ifii keessaa waaqa dharaa Moleekiif kennee, addee woyyittii tiyya batteessee maqaa kiyya woyyichalle waan salphiseef, ani diina itti hin te'a; kolbaa keessalle'ee isa hin baasa.