Leviticus 20:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
anumati nama sunifi worra isaatiifi nama isa gula bahe na lakise Moleki kad'ate ch'ufa iti garagale balleesa. Anini deebie gumi tiyyati worra inheregu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani isaa fi banii mana isaanii irratti balaa fida; isaa fi worra waaqa tolfamaa sanii sagadu'uuf duukaa deeman maraa banii keessaa fooyee balleessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ani nama sanii fi maatii isaatitti diina hin te'a; isaa fi worra isa woliin waaqa dharaa Moleek waaqonfatu mara Kolbaa keessaa hin baasa.