Leviticus 20:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja nami worra ekhera wogaafatu gorsa iraa fud'achu d'aqu, anini nama suniti garagale deebie nama suni gumi tiyyati inheregu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Worra hafuura ekera'aa waaman, worra moru duukaa deemanii fi worra hujii ufiitii sagadan, nama san ani hin balleessa; banii keessaa isa baasee adaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Nama naaf addatamuu lakkisee, gara worra ekeraa dubbisuutii fi gara worra moruu dhaqee isaan hordofu, ani diina itti hin te'a; kolbaa keessalle'ee isa baasa.