Leviticus 20:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama abbaafi haad'a ufi arabsu ha ijeesani d'iiga isaa gubbuma isaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eennullee ka abbaa ufiitii fi haadha ufii arrabsu sirima haa ajjeefamuu; Abba'aa fi haadha ufii waan arrabseef inni nama dhiigaati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Nami tokko abbaa ifii yookiin haadha ifii yoo abaare ijjeefamuu ti; abba'aa fi haadha ifii waan abaareef dhiiga ifiitiif isattuu itti gaafatama.