Leviticus 21:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan Musani jed'e, Waan atini qaalole ilmaani Harunitini jettu, qaalluuni tokoleeni fulla nama due deeme ufi int'ureesini,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Muuse'een akkana jedhe, «Ijoollee Aaroonii gadootatti akkana jedhii himi, gadichi tokko hennaa firri isaa du'e,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Muuse'een, «Ati ilmaan Aaronii hayyootaan, ‹Mootiin Waan Maraa: Hayyichi tokko reeffa nama ifii tuqiisaan akka aadaa dhugeeffanna'aatitti ifi hin batteessin.