Leviticus 21:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaalliicha gudda yayu d'ad'ani muudani eebisani woya qaallu iti naqani, tanaafi inni rifeensa isaa gindeese, yokhaani woya ufi tatarsaase nama due bohu himmalle.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Gadichi obboleewwan ufii keessaa hangafa ta'e, ka mataa isaa irratti dhadhaa ejersaa buufate, uffata uf irraa akka hin mulqine, uffata ufiillee akka hin biinxine.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Hayyichi guddaan ka obboleeyyan ifii keessaa zayitii muudaa mataa isaatitti naqane, ka woyaa hayyumma'aa akka uffatuufille muudame gadda mudhisiisaaf, rifeensa mataa ifii filatiisa hin lakkisin; woyaa ifiille hin tarsaasin.