Leviticus 21:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammalle inni fulla qulqullo Waaqa isaa keesa bahe int'ureesini; wonti akanatiifi isa yayu d'ad'ani muudani Waaqa durati eebisani. Anini AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan gadummaan kiyya ka Waaqa isaa woyyuun isa irra jiruuf; mana woyyuu keessaa akka hin baane, hulee woyyuu Waaqa ufiillee hin xureessin; ani Rabbiin waan ta'eef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Mootii Waan Maraa ti; zayitiin muudaa ta ana Waaqa isaa ta inni ittiin woyyoome isa irra waan jirtuuf, addee woyyittii keessaa gad bayee, addee woyyittii ana Waaqa isaa hin batteessin.