Leviticus 21:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo inni akasi intahini, ilmaani isaa ta sila qulqullo tahu malte int'uroofti. Anini AABBO Waaqa, ka isa qulqulleese, qaallu gudda tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani Waaqa woyyoomsu waan ta'eef, sanyii isaa keessaa banii wodhakka'atti fiixaa ufii hin batteessin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Mootii Waan Maraa ka isa woyyoonsu waan te'eef, inni kolbaa ifii keessatti sanyii ifii hin batteessin jedha› jedhiin» jedhe.