Leviticus 21:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan atini Harunini jettu: Nami d'aloota kanketi haga jiru jireenna, ka nafi isaa aabo qabu, tokoleeni fulla qulqullooti d'iaate Waaqaa sagale imbaasini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ati Aarooniin ‹fiixaa kee keessaa namni mudaa qabu maruu buddeena Waaqa ufiitii kennu'uuf akka hin dhiyaanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ati Aaroniin, ‹Mootiin Waan Maraa: Dhalootaa haga dhalootaatitti sanyii teeti keessaa nami fafa qabu kennansa sagale'ee ana Waaqa ifiitiif dhikeessiisaaf hin dhufin.