Leviticus 21:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami aabo qabu, balla taanaani, naafa taanaani nama fuuli aka ira gore miili naafa taanaani, nama farra goobo qabu taanaani, geefarra taanaani, nama ilti kalabsu qabdu taanaani, nama nafi d'iira ka saala mamadae malaani keesa yau taanaani, yokhaani ka kolaasani taanaani, nami akana kunini tokoleeni fulla qulqullooti d'iaate sorio Waaqa imbaasini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ballaan, hokkolaan, nama funyaan baxxe'ee, nama qaama irratti qaama eda'ame qabu,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami fafa qabu hin dhikaatin. Ballaan yookiin naafi, nami fuula farqu'uu, farri,