Leviticus 21:20 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nama dudda goorro'oo, farra, nama ija mooca'aa, cittaayaa'a, baccarroo, ka uumamaan qaama uumatuun hin qabnee fi namni shingaaye maruu hin dhiyaatin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
nami xukkeeru yookiin nami qancaraan, nami fafa ilaa qabu yookiin nami dhukkuba goga'aa qabu yookiin nami midhattii tumameeru kennansa sagale'ee hin dhikeessin.