Leviticus 21:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami akasi suni sagale Waaqa isaa dandae nyaata, sagale qulqullo taanaani yokhaani ta ira qulqullo taanaanile.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Buddeena Waaqa woyyu'uutii fi ka woyyuu woyyootaa haa nyaatuu;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami akkasii sagalee irra caalaa ana Waaqa isaatiif woyyuu teete keessaa tokko teete waan teeteef, sagalee woyyittii san nyaatuu hin dande'a.