Leviticus 21:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo waan nafi isaa aabo qabuufi inni golla qulqulloofi fulla sorio iti qalaniti ind'atini inni waan qulqullo kana t'ureesu himmalle wonti akanatiifi anini AABBO Waaqa, ka waan suni ch'ufa qulqulleesu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
garuu waan mudaa qabuuf akka mana woyyuu kiyya hin xureessine gara woyyittii woyyootaa akka hin seenne, gara hulee ciincaa itti dhiyeessaniillee akka hin dhiyaanne; ani Waaqa isaan woyyoomsu waan ta'eef› jedhii himi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee sababa fafa isaatiif, inni addee woyyittii tiyya akka hin batteessine, gara golla'aa hin dhikaatin yookiin gara addee ciinca'aa hin dhikaatin; ka isaan woyyoonsu ana Mootii Waan Maraa ti jedha› jedhiin» jedhe.