Leviticus 21:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni Waaqa isaa durati qulqullo tahu male, maqa isaa ch'eersu himmalle. Inni nama sorio gubani ta sagale AABBO Waaqa, Waaqaa baasu, tanaafi qulqullo tahu male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waaqa isaaniitiif woyyoota haa ta'anii; maqaa Waaqa ufii akka hin xureessine; buddeenaa fi kennaa ciincaa ibiddaan dhiyaatuu waan Rabbii Waaqa isaaniitii dhiyeessaniif woyyoota haa ta'anii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan kennansa ibiddaan gubamee ana Mootii Waan Maraatiif dhikaatu, sagalee ana Waaqa isaaniitiif dhikaattu hayyoota dhikeessanu waan te'aneef, woyyoomanuu ti; isaan ana Waaqa ifiitiif woyyoomanuu ti malee, maqaa kiyya hin batteessin.