Leviticus 21:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaalluuni sharmut'a yokhaani nad'eeni qara fuud'ani fuud'u himmalle; inni Waaqa isaati qulqullo.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan nama Goofta'aaf woyyoome ta'eef, gursummeettii akka hin fuune yookaan ta abbaa worraa hiitte hin fuudhin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan hayyoota ana Waaqaaf woyyoomane waan te'aneef, dubartii sagaagaltee battootte yookiin dubartii abbaan manaa lakkise hin fuudhin.