Leviticus 21:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Biyyiti nama suni ha aka inni qulqullo hereddu, wonti akanatiifi inni nama sagale Waaqa keesani baasu. Anini AABBO Waaqa qulqullo, worra kiyyale inqulqulleesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan buddeena Waaqaa dhiyeessuuf hin woyyoomsitaan; anillee Waandhi kee waan woyyuu ta'eef inni woyyuu sii haa ta'uu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan worra ana Waaqa keetiif sagalee dhikeessanu waan te'aneef, ati isaan akka woyyuu te'anetti laakkow; ani Mootiin Waan Maraa ka isin woyyoonsu woyyuu waan te'eef, isaan woyyoota isiniif te'anuu ti.