Leviticus 22:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami worra qaallu intahini tokoleeni sagale sorio qulqullo inyaatini, keessumafi nami qaallu hojatuleeni dandae inyaatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Namni kennaa woyyoome nyaachuu danda'u, nama maatii gadichaa ta'e calla'a; namni biraa ammo isa irraa hin nyaatin, keessummaan gadichaa, ka qacaramellee nyaata woyyuu irraa hin nyaatin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Maatii hayyichaa malee, keessummaan hayyichaa yookiin hojjataan isaaf qaxaramee huju sagalee woyyittii tana hin nyaatin.