Leviticus 22:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja nami worra qaallu intahini sagale sorio qulqullo suni beekha inyaatini, inni waan nyaate suni ha qaallicha baase ammalle waan shani keesa toko iti daruufi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Namni kamuu uduu hin beekin dhiyana woyyoome yoo nyaate, dhiyana woyyuu dachaa shanii eda'ee gadichaa haa kennuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Nami maatii hayyichaa hin te'in tokko, adoo hin beekin sagalee woyyittii san yoo nyaate, gatii waan nyaatee san harka shan keessaa harka tokko itti dabalee hayyichaaf deebisuu ti.