Leviticus 22:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaaloleeni sorio qulqullo worri Israeli AABBO Waaqa baasu,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani Rabbii isaan woyyoomsu waan ta'eef hennaa ka woyyoome irraa nyaatan cubbu'uu fi yakkatti akka hin galle, waan woyyuu ijoolleen Israa'elii woyyoomsitee Waaqaa dhiyeessitu akka hin batteessine» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyooti sagalee woyyittii ta kolbaan Israa'elii ana Mootii Waan Maraatiif dhikeessite san hin batteessin.