Leviticus 22:16 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
nama qaalole intahini kennite int'ureesini, wonti akasi suni wollaalafi gaargala nama sunitini d'ufti. Anini AABBO Waaqa, ka sorio suni qulqulleesu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Mootii Waan Maraa ka isaan woyyoonsu; nami sagalee woyyittii tana nyaatee yakkaa isa adabissiittu akka huju hin godhina'a jedha› jedhiin» jedhe.