Leviticus 22:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan atini Harunifi ilmaani isaatini jettu: Isani maqa kiyya qulqullo t'ureesu himmalle, tanaafi sorio qulqullo worri Israeli naa baasu ulfeesu maltani. Anini AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ijoollee Israa'eliitiin maqaa kiyya akka hin xureessine kennaa naa kennan maraa kabajja'aan fuudhanii woyyumma'aan akka eegan Aaroonii fi ijoollee Aarooniititti himi; Ani Rabbiin waan ta'eef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ani Mootii Waan Maraa ti; Aaronii fi ilmaan isaa maqaa kiyya akka hin batteessine, kennansa woyyicha ka kolbaan Israa'elii naaf adda baasane, ulfinnaan akka eeganu itti himi.