Leviticus 22:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo fed'i gula wobaaftani, wonti isani baaftani suni farra yokhaani baach'a taate, waan suni dandaani isani iraa fud'atani; ammo yo isani waan akasi suni waan kakhu gula Waaqaa baasani baaftani isani ira infud'atani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sangaan yookaan hoolaan nafa isaanii irratti wonti woyii eda'ame yookaan dhidhate fedha keetiin ciincaa dhiyeessuu hin dandeetta; garuu silati'iif hin ta'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Korma yookiin hoolee ka harki yookiin luki isaanii akka malee dheeratanu yookiin gabaabbatanu kennansa fedhii teessanii gootanee dhikeessuu hin dandeettan; kennansa waadaa galameef ammoo fudhatama hin qabu.