Leviticus 22:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hori gosa d'ibi iraa argatani sorio sagale Waaqaa imbaasina. Hori akasi suni hori aabo qabuti heregani, tanaafi isani iraa infud'atani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Horii akkanaa kanniin galaa keessan irraallee fuutanii kennaa Rabbii hin dhiyeessinaa'a; horiin akkanaa kunniin muda'aa fi battummaa waan qabaniif isinii hin fudhatamu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Horii akkasii orma irraa fuutanee sagalee ana Waaqa keessanii gootanee hin dhikeessina'a. Horiin akkasii fafa yookiin komii waan qabuuf fudhatama hin qabu jedha› jedhiin» jedhe.