Leviticus 22:33 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini lafa Misiri keesaa isani baase, Waaqa keesani tahe. Anini AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani Waaqa isinii ta'u'uuf ka biyya Misirii keessaa isin baase ana Rabbi.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani Mootii Waan Maraa ti; Waaqa isiniif te'iisaaf biyya Gibxi'ii keessaa ka isin baase ana» jedhe.