Leviticus 22:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami d'aloota Haruni ka d'akuba hama aka qomaat'a qabu, yokhaani ch'oftu qabu, sorio qulqullo nyaachu himmalle, haga fayye qulqullauti. Ammalle qaalluuni waan reefati d'iaate qulqulluma d'abe qabate, yokhaani ufiti oobjate,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Fiixaa Aaroonii keessaa namni dhibee gogaa kukkutu yookaan wonti akka bisaanii ka nafa isaa keessaa bawu qabu maruu haga qulqullaawutti waan Waaqaa woyyoome hin nyaatin; sababaa waan ufiin du'aa tuqee battaayeef, yookaan ka bisaan hormaata qaama isaa keessaa jigu tuqe; yookaan
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Sanyii Aaronii keessa nami dhukkuba goga'aa farrisiisaa qabu yookiin nami nafa hilaa isaa keessaa woy dhangala'u haga qulqulloomutti kennansa woyyicha san hin nyaatin. Nami waan reeffa tuqee battowe tuqe yookiin nami nafa hilaa isaa keessaa bisaan sanyii te'u dhangala'u,