Leviticus 23:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan atini worra Israelitini jettu, Hojja isani lafa anini isanii Kennuni baatani mid'aani isii murattani, mid'aani qara haamatani wolti qaba qaallu geesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ijoollee Israa'eliititti akkana jedhii himi; hennaa gara lafa ani isinii kennuu galtan, hennaa midhaan keessan haamattan, qixiraa midhaan keessanii ka duraa gara gadichaa fidaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ati kolbaa Israa'eliitiin, ‹Mootiin Waan Maraa: Lafa ani isiniif kennu sanitti galtanee midhaan yennaa galfattanu laddee matoomaa hayyichaaf kenna'a.