Leviticus 23:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni mid'aani suni olqabe, aka AABBO Waaqaa baasani garsiisa, aka akasiini Waaqa waan isani baaftani isani ira fud'atu. Qaallichi ha guyya Sabato boriyya waan suni baasu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee qixiraa san akka Rabbi isin irraa jaalatu Rabbiin afo'otti haa sosochoosuu; bariisaallee Sambataan maayessa gadichi haa sosochoosuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Laddeen sun akka isiniif fudhatama qabaattu, hayyichi ana Mootii Waan Maraa duratti tachoosee kennansa tachoofamu dhikeessuu ti. Hayyichi laddee san guyyaa Sanbatatti aanu dhikeessuu ti.