Leviticus 23:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya isani mid'aani suni baaftani, elemo ganna toko, ka aabo inqamne, aka sorio gubani AABBO Waaqaa baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa qixiraa san itti sosochooftan korbeessa woggaa tokkoo ka mudaa hin qabne ciincaa gubamu Rabbii dhiyeessaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa laddee san kennansa tachoofamu dhikeessitanu, buruusoo korbeessa hoole'ee ka fafa hin qannee fi ka woggaa tokkoo kennansa gubamu, ana Mootii Waan Maraatiif dhikeessa'a.