Leviticus 23:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mid'aani, akhawi taanaani, yokhaani ka qit'a mid'aasani taanaani, inyaatina, haga waan Waaqa keesani baaftanini d'ufaniti. Tunini aada d'alooti keesani ch'ufti haga jiru jireenna guutu male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Buddeena, hamaamoo woddame, hamaamoo mishaa, mocee haga kennaa Rabbii keessanii dhiyeessitanitti hin tuqinaa'a; seerri kun biyya keessa jiraattan marattuu seera bara baraa ka ijoollee ijoollee keessanii haa ta'uu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kennansa kana ana Waaqa keessaniif haga dhikeessitanutti, shawwee midhaan kanaa, akum'ee yookiin daabboo isaa hujjanee hin nyaatina'a. Seerri kun addee leetanu maratti dhaloota dhufu maraaf seerata haga bara baraa te'uu ti.