Leviticus 23:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya guyya Sabatoti aanu, ka isani mid'aani qara haamatani wolti qabdani AABBO Waaqa baaftani asi, torbaani torba heda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Qixiraa kennaa socho'u gootee haga Rabbii dhiyeessite, bariisaa Sambataatii jalqaba'aatii torbaan torbaa laakkayaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Guyyaa Sanbatatti aanu, guyyaa laddee matoomaa kennansa tachoofamu dhikeessitaneen jalqaba'aatii torbaan yennaa torba laakkowa'a!