Leviticus 23:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya shantameeso ka Sabato torbeesoti aanu, mid'aani d'io murattani d'ibi AABBO Waaqaa baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga bariisaa Sambata torbeesso'oo guyyaa shantamaa laakkayaa'a; Kennaa midhaanii haarawa Rabbii dhiyeessaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanbata torbeesso'ootiin duuba guyyaa shantameesso'oo ammalle midhaan barano'oo irraa ana Mootii Waan Maraatiif kennansa dhikeessa'a!