Leviticus 23:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami ch'ufti ha mana manani qit'a lamaani d'ufe, AABBO Waaqaa baasu. Qit'a suni ha mid'aani kilo lama ira mid'aasani bukhooni d'aabani, AABBO Waaqa baasaniti, sunini mid'aani qara murani ka Waaqaa baasani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maatiin keessan maruu kennaa midhaanii harka lamaa olii ka sosocho'u kennaa Rabbii haa dhiyeessuu; kennaan midhaanii martinuu ka raacitii qabu daakuu bullaayaa iifii lamaa ka bilchaate woliin Rabbiif kennaa duraa ta'ee haa dhiyaatuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addee leetanu mara keessaa daabboo xaltaa lama lama ta bullaa dansaa kiiloogiraama lama irraa hujante ta uukoo qaddu, midhaan qara bilchaate irraa kennansa tachoofamu ana Mootii Waan Maraatiif dhikeessa'a.