Leviticus 23:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya suni huji teesani tokole intolchina, wolti baha, Waaqa kad'ad'a. Tunini aada d'alooti keesani ch'ufti fulla jiru ch'ufati haga jiru jireenna gula deemu male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa san akka wol gayii woyyootaa isinii ta'u labsitan; guyyaa san hujii manaa maraa hin hojjatinaa'a; seerri kun biyya keessa jiraattan marattuu seera bara baraa ijoollee ijoollee teessaniitiif haa ta'uu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa san wol geyii woyyittii lassa'a malee hujii ijjumaa hin hujina'a! Kun addee leetanu maratti dhaloota dhufu maraaf, seerata haga bara baraa te'uu ti.