Leviticus 23:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja mid'aani oobru teesani keesaa murattani, moga ch'ufati d'aabdani imurina, ammalle mid'aani qara lakisanile imurina; hiyyeesafi keessuma lakisa. Anini AABBO Waaqa keesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Hennaa midhaan keessan haamattan daangaa qonna keessanii irraa midhaan fixxanii hin haaminaa'a; soqatoollee hin guuratinaa'a; hiyyeeyyi'ii fi worra isinitti galeef dhiisaa'a; ani Rabbi Waaqa keessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Ani Mootii Waan Maraa Waaqa keessan; midhaan lafa teessanii yennaa galfattanu haga fichaa qarqaraatitti hin haammatina'a; woxoo midhaan galfattanu sanii hiyyeessaa fi alaga'aaf lakkisa'a› jedha» jedhiin.