Leviticus 23:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan atini worra Israelitini jettu: Guyya qara ka jia torbeeso, guyya boqota tolfad'a, hojja magalata d'aani wolti baha, Waaqa kad'ad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Banii Israa'eliititti akkana jedhii himi; ji'a torbeesso'oo guyyaa duraa guyyaa addaa ka ayyaana hara baafanna'aa kabajjitan; hennaa laagaa xurumba'aa dhageettan Rabbiin waaqeffachu'uuf wol gayaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ati kolbaa Israa'eliitiin, ‹Mootiin Waan Maraa: Ji'a torbeesso'oo guyyaan jalqabaa guyyaa fooraa ti. Guyyaa yaadanno'oo lassiisaaf tultullaa afuufa'a; isin yaa'ii woyyittii qabaatuu qaddan.