Leviticus 23:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hujji teesani ta guyya ch'ufa lakisa, sorio gubani Waaqa baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa san hujii maraa hin hojjatinaa'a; ciincaa ciincawu Rabbii dhiyeessaa'a» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa san kennansa ibiddaan gubamu ana Mootii Waan Maraatiif dhikeessa'a malee ijjumaa hujii hin hujina'a› jedha» jedhiin.