Leviticus 23:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya suni huji tokole inhojatina; wonti akanatiifi guyyaani suni guyya AABBO Waaqa durati waan aada tolfatani, ka daba nama ch'ufa iraa fuud'ani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbii Waaqa keessan afo'otti akka guyyaa araaraa isinii ta'u guyyaa san hujii maraa hin hujinaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa gumaa cubbu'uu ka ana Mootii Waan Maraa Waaqa keessan duratti, gumaan cubbu'uu isiniif tolfamu waan te'eef, ijjumaa hujii hin hujina'a.