Leviticus 23:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya jaa hojad'a, ammo guyyaani torbeeso guyya Sbato, ka huji lakisani boqatani wolti bahani Waaqa kad'atani. Sabatoni ta AABBO Waaqa fulla isani jirtani ch'ufati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
guyyaa jahaa hujii hojjadhaa'a; guyyaan torbeesso'oo garuu Sambata hara itti baafattan; guyyaa wol geettii woyyootaa ta'a; guyyaa kanatti hujii kamiinuu hin hojjatinaa'a; hulee jiraattan marattuu guyyaan Sambataa guyyaa Rabbiif woyyoome.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
« ‹Guyyooti jaa ka isin hujii hujjanu; guyyaan torbeesso'oo ammoo Sanbata fooraa, guyyaa yaa'ii ana Mootii Waan Maraatiif woyyoome; guyyaa sanbataa ka ana Mootii Waan Maraatiif woyyoome waan te'eef, addee leetanu maratti hujii hin hujina'a› jedha» jedhiin.